Oduufi Odeeffannoo Dec 21,2023 #yaadimedianetwork

Ambaasaaddar, Silashii Baqqala mariin marsaa 4ffaa dhimma hidha haaromsaa Magaalaa Finfinneetti adeemsifamaa ture bu’aa malee akka xumurame ejjennoo bara koloneeffannoo waan qabatteef waliigaluun hindanda’amne oduu kanaafi kanneen biroo ’Waa Mara’ irraa hordofaa Maddi: OBN Sagalee Ummataa Akkam jirtu?Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu ’Bunaafi Nagaa hindhabinaa’ jedhee wal-eebbisa. Chaanaaliiwwan kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa, michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa, hincallisinaa tumsuun yoo hirmaattan waa’ee biyyaafi Oromiyaa bal’oo irratti dhimmoota adda addaa irratti odeeffannoo guutuu qabadheen Afaan Oromoofi Amaaraatiin Chaanaalii lama bane. Wanti hundumtuu yaada irraa ka’a mitiiree? Maddi waan hundaa yaadaa bar,Kanaafan ’Yaadi Media Network’ jedhee lammataa ’Yezemenu Media’ jedha,Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi Oromiy
Back to Top