Oduufi Odeeffannoowwan Har’aa|Dhimma Ashaaraa magariisaa Dec 03,2023 #yaadimedianetwork #news

Agarsiifni Misooma Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaan yaa’ii haala qilleensaa addunyaa koop 28ffaa sababeeffachuun Dubaayitti qopheessite dinqisiifannaa ol’aanaa argachaa jira #news #daily Akkam jirtu?Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu ’Bunaafi Nagaa hindhabinaa’ jedhee kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa, hincallisinaa tumsuun yoo hirmaattan waa’ee biyyaafi Oromiyaa bal’oo irratti dhimmoota adda addaa irratti odeeffannoo guutuu argattu. Xiiqii qabadheen Afaan Oromoofi Amaaraatiin chaanaalii lama hundumtuu yaada irraa ka’a mitiiree? Maddi waan hundaa yaadaa bar,Kanaafan ’Yaadi Media Network’ jedhee lammataa ’Yezemenu Media’ jedha,Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi Oromiyaa irratti Afaan Amaaraatiin odeeffannoowwan wayitaawaatu dhiyaata. Isa kana irraa dhalattoonni Oromoo Afaan Oromoo hindandeenyes ta’e kanneen biroo odeeffannoo
Back to Top