Nov 29,2023:Oduufi Odeeffannoowwan Har’aa #yaadimedianetwork #news #daily #ethiopia #localnews

Muummichi Ministiraa Ahmad har’a gitasaanii Riippaabiliika Cheek Piitar Fiyaalaa wajjin dhimmoota waloo irratti mari’’ina Oduu kanaafi kanneen biroo hedduu hordofaa #ethiopianews #oduu_afaan_oromoo Akkam jirtu?Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu ’Bunaafi Nagaa hindhabinaa’ jedhee kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa, hincallisinaa tumsuun yoo hirmaattan waa’ee biyyaafi Oromiyaa bal’oo irratti dhimmoota adda addaa irratti odeeffannoo guutuu qabadheen Afaan Oromoofi Amaaraatiin chaanaalii lama hundumtuu yaada irraa ka’a mitiiree? Maddi waan hundaa yaadaa bar,Kanaafan ’Yaadi Media Network’ jedhee lammataa ’Yezemenu Media’ jedha,Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi Oromiyaa irratti Afaan Amaaraatiin odeeffannoowwan wayitaawaatu kana irraa dhalattoonni Oromoo Afaan Oromoo hindandeenyes ta’e
Back to Top