Nov 29,2023:Dhimma carraa hojii,araaraafi mana marii nagaa biyyaalessaa #yaadimedianetwork #news

Biiroon komunikeeshinii Oromiyaa(BKO)n dhimma carraa hojii uumuu irratti argannoosaa ifoomseera,qaamoleen dhimmi ilaallatus waa’ee dhalootaaf carraa hojii uumuu irratti mari’ataniiru,Baankiin Siinqee hojii carraa hojii uumuutiif tajaajila liqaatiif birrii biliyoona 5 akka qopheesse waan sadi OBN irraa fudhatame hordofaa. #news #ethiopia Akkam jirtu?Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu ’Bunaafi Nagaa hindhabinaa’ jedhee kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa, hincallisinaa tumsuun yoo hirmaattan waa’ee biyyaafi Oromiyaa bal’oo irratti dhimmoota adda addaa irratti odeeffannoo guutuu qabadheen Afaan Oromoofi Amaaraatiin chaanaalii lama hundumtuu yaada irraa ka’a mitiiree? Maddi waan hundaa yaadaa bar,Kanaafan ’Yaadi Media Network’ jedhee lammataa ’Yezemenu Media’ jedha,Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi
Back to Top