Omishi Qamadii Dachaa ta’aa jira Dec 28,2023 #yaadimedianetwork

Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Abdiisaa Omishi Qamadii Oromiyaa dachaadhaan dabalaa akka jiru mirkaneessan Akkam jirtu?Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu ’Bunaafi Nagaa hindhabinaa’ jedhee wal-eebbisa. Chaanaaliiwwan kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa, michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa, hincallisinaa tumsuun yoo hirmaattan waa’ee biyyaafi Oromiyaa bal’oo irratti dhimmoota adda addaa irratti odeeffannoo guutuu qabadheen Afaan Oromoofi Amaaraatiin Chaanaalii lama bane. Wanti hundumtuu yaada irraa ka’a mitiiree? Maddi waan hundaa yaadaa bar,Kanaafan ’Yaadi Media Network’ jedhee lammataa ’Yezemenu Media’ jedha,Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi Oromiyaa irratti Afaan Amaaraatiin odeeffannoowwan wayitaawaatu kana irraa dhalattoonni Oromoo Afaan Oromoo hindandeenyes ta’e kanneen biroo odeeffannoo gahaa argachuu danda’ dabaree “ተረኛ&qu
Back to Top